Barnoota buu'uraa kan islaamaa barachuun Muslima hundarratti diqama
cimaadha. Kuni ammoo hadiisa nabii s.a.w barachuudhaan taha.
Akkasuma App'n kun Afaan keenya kan Oromootin waan dhihaateef
ummanni keenya dubbisanii irraa barachuun laafaadha. keessaafuu
barattoota keenya haalaan faayyada jenneeti abdii goona. App'n kun
Hadiisa Filatamaa 80 fi Seenaa sahaabota odeessanii gabaabinaan of
keessatti qabatee jira.