A2ZAPK

English Afaan Oromo Dictionary

English Afaan Oromo Dictionary

Downloads: 67048

Free

English Afaan Oromo Dictionary / Specifications

English Afaan Oromo Dictionary / Screenshots

English Afaan Oromo Dictionary Unknown
Loading... English Afaan Oromo Dictionary Unknown

English Afaan Oromo Dictionary / Description

Orooroo Dictionary!

Kuusjecha kanaan walumaa gala jechoonni akka jechaatti hikaman jechoota kuma jaatamii jahaa oliidha.
.
Haa ta'u malee faraja/translation isaa duukaa wal qabatee jechoonni nuti fayyadamne kuma dhibba sadii olidha. Dimshaashatti guddina Afaanichaaf shoora olaanaa qaba jennee yaanna.
.
Galmeen jechootaa kun namoota Afaan Oromoo barachuu barbaadanif gumaacha guddaa ni taasisa. Akkasumas barnoota babalisuuf qunnamtii ummataa cimsuuf saayinsiii fi teeknooloojii tamsaasuufis gaheen inni qabu salphaa miti.
.
Fuulduree/Future
Ammaaf hojiin hojjenne kun gama app Android Dikshinarii Afaan Oromootiin gumaacha guddaa godheera jennee yaanna. Ta'uus garuu kun hanga safara guddina uummatichaa fi qooqichaan gahaadha jennee hin yaannu.
Kanaafuu ammas itti fufuun hojii kana qabiyyee isaanis ta'ee qulqullina isaan babaldhisnee akka hojjennu ofiif waadaa seenuu barbaanna.

Orooroo Dictionary.

Show More >

Choose Download Locations for English Afaan Oromo Dictionary vUnknown

English Afaan Oromo Dictionary / Tags

Share English Afaan Oromo Dictionary At Social Media